Yaadannoon FDG bifa addaatin kabajamuu fi kabajamaa jiraachuu, dhaadannoolee Oromoota kakaasanii fi diinaaf gaaffii taate maxxansamuu Qeerroon hubachisse !

45Yaadannoo FDG Sadaasa 9, 2005 waamicha qabsoo fi mormoii karaa nagaatiin uummanni mirga isaa eegsifachuu danda’u akeekuun ABO godheen sochii uummanni biyya keessaa addattuu barattoonni Oromoo gaggeessaniin lubbuun sabboontota Oromoo hedduun du’aan gaaga’ameera, hidhamaniiru, ariiyatamaniiru, dararamaniiru, qabeenya saamamaniiru, gochaa suukkaneessaan dhala namaatiif hin malle marti mootummaa abbaa irraa Wayyaaneen raawwatamaniiru. Kun hanga ammaatti hin dhaabbanne, ajjeechaan fi dararamni bifa hundaanuu itti fufee jira. Kun ammoo Qabsaawota, humna QBO Qeerroo Bilisummaa qabsoo finiinsu dhalche male gaaffii abbaa mirgummaa Oromoon qabatee ka’e kan dhaabu mitii taakkuu tokko illee boodatti hin deebisne.

Dhaadannoo.docx

1 thought on “Yaadannoon FDG bifa addaatin kabajamuu fi kabajamaa jiraachuu, dhaadannoolee Oromoota kakaasanii fi diinaaf gaaffii taate maxxansamuu Qeerroon hubachisse !

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Yaadannoon FDG bifa addaatin kabajamuu fi kabajamaa jiraachuu, dhaadannoolee Oromoota kakaasanii fi diinaaf gaaffii taate maxxansamuu Qeerroon hubachisse! |

Leave a comment