Qeerroon Bilisummaa Wallagga Waamaa Hagaloo “Ho gaaffii gaafannee Mo’ibul keenya baafannee” jechuun hidhamtoota siyaasaa hidhaa bahan Artist Mo’ibul Misgaasuu simataa turan.

Leave a comment