Duulli Gabaa Lagannaa fi FXG Oromiyaa Keessatti Itti Fufee Jira!!

[SQ, Gurraandhala 12,2018] Alamganaa: FXG itti fufe, sagaleen dhaadannoo gaaffiin abbaa biyyummaaf hidhamtoota soyyaasaa akka hiikamaniif uummanni sagalee dhageessisaa jira.
QEERROON daandiitti bahee dhadannoo diiddaa Wayyaanee fi leelloo ABO dhageessissaa jira.Wayyaaneen nu bulchitu
ABO nu haa bulchu. Biyya keenyaatti alagaan nutti hin roorriftu

Image may contain: one or more people, people standing and outdoorImage may contain: outdoor

Leave a comment