Hiriira Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Asallaa Keessatti Gaggeefamaa Oole.

Mudde 10/17) Hiriira Warraaqsa Fincila Xumura gabrummaa biyyooleeysa oromiyaa guyyaa Arraa Magaalaa Asallaatti Gootowwan barattoota Qeerroo Fii ummanni oromoo gaggeeysaa Jiran.
hiriira kana Irratti Qeerroon faaruu warraaqsaa faarfachuu fii dhaadannoo Warraaqsa Biyyooleeysaa “Abbaan biyyaa Oromoodha, Wayyaaneen nun bulchituu!!.” fii kan biraas dhageeysisuun hawaasa kakaasuu fii wayaaneen akka abdii kutattu godhanii jiran.

1 thought on “Hiriira Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Asallaa Keessatti Gaggeefamaa Oole.

  1. Pingback: Hiriira Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Asallaa Keessatti Gaggeefamaa Oole. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

Leave a comment