Godina Harargee Magaalaa Qullubbii Keessatti Gootonni Oromoo Lola Liyyuu Haayilii Dura Dhaabbatan.

Image may contain: one or more people, people standing and outdoor[SQ,mudde, 6,2017] Meettaa Gootowwan Qeerroo barattoota Qeerroo Magaalaa Qullubbii(baha Harargee) Guyyaa Arraa Maatii Police Oromiyaa Lola Liyyuu fii Agaazii Magaalaa gursumitti aggaammate ittisuu irratti wareegame Aliyyii Ahmed Jajjabeeysuuf hiriiraan Bahanii Dhaadannoo gootummaa fii faaruu warraaqsaa faarfachaa yeroo deeman.

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor

1 thought on “Godina Harargee Magaalaa Qullubbii Keessatti Gootonni Oromoo Lola Liyyuu Haayilii Dura Dhaabbatan.

  1. Pingback: Godina Harargee Magaalaa Qullubbii Keessatti Gootonni Oromoo Lola Liyyuu Haayilii Dura Dhaabbatan. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

Leave a comment