Qabeenyi Oromoo Saamamaa Jiru Qeerroo Amboon Qabame.

Onk…24/2017 Saammichi Sukkaarrafi Bunaa Mootummaan Abbaa irree Wayyaanee gaggeessa jiru magaalaa Amboo Keessatti gargaarsa Gootota Qeerroo Dargaggoota Oromoofi Poolisoota Oromiyaa akkasumas gootota ummata Oromoo Ambootiin too’annoo jala oolee jira.

2 thoughts on “Qabeenyi Oromoo Saamamaa Jiru Qeerroo Amboon Qabame.

Leave a comment