Guyyaa Kaleessaa Qeerroon Bilisummaa Bifa Kanaan FXG Gaggeessaa Oolan.

Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Naqamtee gootummaa jabaa dalaguun magaalaa Naqamtee dhuunfatanii Wayyaanee balaaleffataa ABO farfataa oolaniiru.

Leave a comment