Onkololessa 12/2017 Lixa Shaggar #Magaalaa_GudarittiSochiin Warraaqsa FXG gootota Qeerroo dargaggoota Oromoo,barattoota Oromoofi Uummataa Oromoo haala adda ta’een kan hirmaachiseen gaggeeffame. Qeerroo dargaggootni Oromoofi uummaatni Alabaa ABO faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo qabachuun daadannoowwaan hedduu dhageesisan.


Pingback: Magaalaan Gudar Guyyaa Har’aa FXG Gaggeessuun ABO Faarsaa Oolan. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA