Wayyaaneen TPLF Obbo Baqalaa Garbaa Mirga Wabii Dhorkate.

Image may contain: 1 person, beardHagayya 10/2017 Guyyaa har’aa Obboo Baqqalaa Garbaa hayyama Mirga wabiin gadhiifamuu akka argatuuf mana murtii kijiba wayyaaneetti dhiyaate ture, Manni Murtii kijibaa Wayyaanee kan ilmaan Oromoof murtii haqaa kennee hin beekne kun sababa mirga Wabiin gadhiifamuu gaafachuufi murtii hayyamaa argachuuf Obboo Baqalaa Garbaa torbanoota laman darban yeroo garaagaratti erga deddebiseen booda guyyaa har’aa mirga wabii dhorkachuun shiraafi daba baroota dheera ilmaan Oromoo irratti dalagaa turaniifi jiran har’as irra deebi’uun obboo Baqalaa Garbaa Irratti rawwachuun haqa dhorkatanii diinummaa uummata Oromoof qaban mirkaneessaniru.

Leave a comment