Hagayya 10,2017/ Fincillii xumura garbummaa haalaan jabachuun qeerroon Gindoo guyyaa kaleessaa hagayya 7 konkoolaataa ajaja isaani didee dhiiga ilmaan Oromoorra darbuun qeerroo mirgasaa, biyyasaa fi mirga abbaa biyyummaasaa kabachiifachuuf yeroo beeksisee jirutti,murtii qeerroorra darbuun hojii regale tokkorratti murtoo fudhachuun dalagaa Dhaka godhaniru.
Akkasumas guyyaa hardhaa daandiin Gindabarat irraa garage Finfiinnee geessuu guutummaa guutuutti cufame,FXG finiinaa ooleera.galgaala Kanas namni kamuu,akkasumas konkoolaataan kamu akka imaluu hin dandeenye Qeerroon gabaasan,