Godina Gujii Lixaa Aanaa Birbirsa kojowaa ganda Arusee Daarsaa Keessaa Ummanni hanqina bishaanii dararamaa jira.

Waxabajjii 18,2017/Godina Gujii Lixaa Aanaa Birbirsa kojowaa ganda Arusee Daarsaa keessatti ummanni.bishaan dhugaatii dhabee dararamaa jiraachuu maddeen keenya gabaasan.akka gabaasni achii arganne addeessutti Aanichatti Ummanni gandoota heddu keessaa bishaan qulqulluu dhabee dhibee adda addaatif saaxilamaa jira.haata’uu ergamtoonni wayyaanee OPDOn Kaabinoota ufii ummatatti gadi yaaftee ummatarraa maqaa bishaan isinii baafna jedhuun maallaqa saamaa fi saamsisaa jiraachuus maddeen keenya itti dabaluun addeessanii jiru.

 

https://youtu.be/cvefnnEr730

Leave a comment