SBO Caamsaa 24,2017. Oduu, ‘‘Ginboot 20’’ wayyaanee ilaalchisee qophii qophaa’e, Gaaffii fi deebii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin taasisame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

1 thought on “SBO Caamsaa 24,2017. Oduu, ‘‘Ginboot 20’’ wayyaanee ilaalchisee qophii qophaa’e, Gaaffii fi deebii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin taasisame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

  1. Ashaam akkam jirtuu ilimman oromoo hundi kessanu? Tarkafiin yeroo amma basastoota wayyane irrati humn ittisaa hawaasa fudhatama jiruu bayy’ee nuu gamachiisa jiraa , itti fufaa….ABO gacheenaa ummata oromotii, Qeerroon fii Qaarreen abdii ummata oromootii. Gadaan gadaa bilisummatii, injifaanoo ummataa oromootii.

Leave a comment