Gabaasi biraan jiru,
Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Duukam keessattis wayyasneen Akkuma Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti Ummata wal gahiin rakkisaa jirtutti Wal gahii Nagenyaa jechuun guyyaa har’aa kana wal gahii adeemsisaa jirti


