Godina Shaggar Kutaa Jalduu Magaalaa Goojjoo Keessatti FXG Itti Fufe.

Caamsaa 12,2017 Godina Shaggar kutaa jalduu magaalaa Goojjootti  FXG eegaluun beekame.akkuma saamicha Qeerroon qellem lukkelee diinaa(basaastota)gogombisuun daandii qulquulleessa jiran,naannoo jalduu magaalaa Goojjoottis qeerroon bifa gaariin eegalan.
Mana ergamaa diinaa kan tadhe Araarsaa Iddoosaa kan jedhamu hanga dandaadhan waan qabaniin erga tumani,Mana saadhibasaa akkuma sa’a ergamaa diinaa Ajjamaa Beeggi kan jedhamu humni diinaa daddaffiin marsuun hardhaaf qeerroo jaalaa baraaranis gumaan qeerroo nibaasna jedhu qeerroon naannoo Sana’a akka nugabaasetti,hima diddu du’a hindiddu jedhuumiree!!

Leave a comment