Tolchaa Wagii irraa
Videeon kun Bara 1991 Waajiira ABO Jalduu keessatti qohii qopheesine
irratti Jarsoliin keenya yeroo eebbifatanii alaabaa isaanii fanifatan kan ilaaludha.
Video kana keessatti namoon argaman heddudha.
isaan keessaa
Alamuu Qiixeessaa (Koloneel)
Damisee Kabbadaa (Koree gidduu ABO)
Xilahun Gamtaa (Dr)
Darajee Damee (eerga ukkamamee dhabamee waggaa 24)
Badhadhaa Sarbessaa Itti gafatamaa ABO Konyaa Ambo
( Bara 1992 nannoo Waddeessatti warana wayyanetiin marfame rukutame harka diinaa kan seene,
amma ammatti eessa akka jiru kan hin beekamine.)
Mulugetaa Moosiisaa Bakka bu’aa ABO
Obbo siinaa Boja’aa
Tayyee Badhadhaa
Waldayes Cawwaqaa fii kan biroo hedudha.
Tammanaa Tolasaa magalaa Jalduu keessatti fulaafi fulatti osoo loluu kan waregame.
akkasumas sabboontooni Oromoo Jalduu kan ajjeefamanis kan biyyaa aryamanis heddutu keessatti argamu.