Ebla 3,2017/ Godina Wallaggaa anaa Jaarsoottii Qeerroon magaalaa Jaarsoo warqaa dhadatnoo ykn ibsa ejjennoo 11 qabu guutuuma magaalaatii keessa faca’asnii bulanii jiru maneen barnoota ,wajjirallee Motummaa, maneen uummataa keessa facasaanii jiru Jaala deemtoottii wayyannee OPDOn gochaa kanattii hedduu rifaachun akka saaree maratee walii gaadi fiigaa jirtii. Ibsi ejjennoo sun kan armaan gaddittii.
1 Mirgaa Uummata Oromoo sarbuun haa dhabbatu
2 uummataa Oromoo hiidhuun Godansisuufi ajjeessuun haa dhabbatu
3 Olaantumaan oromoo haa kabaajamu
4 Hirreen uummata oromoo haa kabaajamu
5 biyyaa oromiyaa irraattii kan murteessuu uummataa oromoottii malee alagaa hin beekne
miti
6 sabnii biicuu ykn xinnoon sabaa balaa bulchuun haa dhabbatu
7, Hiidhaa fi ajjeechan qabsoo oromoo dubbaa hin deebisu
8 OPDOn uummataa Oromoo bakka hin buutuu
9 ullee wayyannee taatee uummataa oromoo shorkeessaa kan jirtu OPDOn of haa egdu
10 Gaafiin uummataa Oromoo hangaa deebii argaatuttii FXG hin dhabbatu
11 jaala deemtun wayyannee Taatee uummaata oromoo garboomsa kan jirtu
Kaabineen OPDo hojii iirraa of hin quusatu taanan Qeerroon Taarkanfii irraattii fudhacuuf qophiidha kan jedhu yoo guyyaan har’aa magaalaa Jaarsoottii Gabbaa guddaa waan ta’eef uummannii baadiyaa gabbaa dhufus warqaa kana akka arguuf Guyyaa kana
filaate Qeerroon torbee darbees magaalaa Naajjoottis faca’uu isa gabaaseen ture.
