Godina Wallaggaa Magaalaa Najjoo Keessatti FXG Itti Fufe.

Guyyaa har’aa Bitootessa 30,2017 G/W/Liixaa magaalaa Naajjoottii Qeerroon magaalaa Naajjoo Bifa qinda’aa ta’een Warqaa wammichaa qabsoofi
akeekachisaa sirna Wayyaanee akeekachiisu of irraa  qabu  guutuummaa magaalaa Naajjoo maneen namaaf waajjirallee keessaa facaassanii ollanii jiru. Halaa warqaa faca’eerraattii Wayyanneen nasuu guddaa keessa seente humnaa polisii Feederraallaa dabalaata magaalaa naajjoottii bobasanii jiru..
Magaalaan Naajjoos yeroo ammaa kana humnaa warrannaa guutamtee jirttii. 

3 thoughts on “Godina Wallaggaa Magaalaa Najjoo Keessatti FXG Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (March) | OromianEconomist

Leave a comment