Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Barattootaaf Tiliila Isinii Kennina Jechuun Barattooti Hedduun Summaawanii Hosptala Galaa Jiru

Bitootessa 24,2017 ,Godina wallagga bahaa magaalaa Naqamteetti  garboomfataan Wayyaanee  TPLF posticha talaalliiti jechuun mana barnootaarra deemee kan liqimsiiseen barattoonni hedduun miidhamuun faarfame. Bitootessa 24 bara 2017 manneen barnoota kanneen akka mana barumsaa

  1. Calalaqiii,
  2. Kibba Waachaa,
  3. Abdii Lammii,

Sun Shine fii kanneen biroo keessatti barattoonni hedduun posticha kana erga liquidation booda gaggabuun
ambulaansiin gara hospitaala naqamteetti guuramaa jiru.

Leave a comment