Waraanni TPLF Waan Qabee Gadhiisu Dhabee Jiru Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Magaalaa Dodolaa Keessaa Ummata Nagaa Hidhaa Jira.

Bitootessa 7,2017/ Godina Arsii lixaa Aanaa Dodolaa Magaalaa Dodolaa keessatti guyyaa har’aa waraanni Wayyaanee TPLF mana manarra  deemuun namoota nagayaa buufata konkolaataa magaalaa Dodolaa keessatti walitti qabee konkolaataan fe’uudhaan gara mana hidhaatitti guuraa oole,hanga ammaa namoota 300  dhibba sadihii ol hidheera galgala kanas magaalattii keessatti ummata daandirraa qabee reebaa jira.

1 thought on “Waraanni TPLF Waan Qabee Gadhiisu Dhabee Jiru Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Magaalaa Dodolaa Keessaa Ummata Nagaa Hidhaa Jira.

  1. Pingback: ONN: Qophii Kayyoo Bitootessa 7, 2017 -

Leave a comment