Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Pingback: SBO Sadaasa 04,2016. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo FDG Waggaa 11ffaa ilaalchisuun Ibsa Qeerr oo Bilisummaa Oromoo irraa kennamee fi Gaaffii fi deebii dargaggoo Mu’aaz Zeeynuu kan mana hidhaa Riyaad, Sa’ud Arab iyaa keessatti argamu
Ashaam, akkam jirtaan illimman oromoo hundii kessanuu , Akkasumaa qeerroo bilisumma oromoo , qabsawoot bilisumma oromoot fii WBO oromoo kessanuuf gallanii kessan bilisumma hatuu ,warregamtootaa qabsawwotaa oromoo hunda seenaan bara baraan hayyadatuu. Qeerroon oromoo wayyaane injifaachuuf maal nu barbaachisaa ykn warraqsaa finciilaa xumuraa garbumaa galiin geyuuf ? Tokkumma Uummataa oromoo biyyaa allaa jiraan fii gargarsaa Uummata oromoo hundatii ,Tarkaafiin kun issa xumuraa garbummaa gara bilisumma oromoofii oromiyaa nuu cessisaa . Qeerroon bilisummaa oromoot fii Uummanii oromoo ,Qabsoo sabaa issanii galiin geyuuf halkaniif guyyaa hojjachaa jiraa hanga bilisummatii hiraarsaaf ajjechaan fii hidhaan wayyanee kkn tplf dubaatii nuu deebiftuu jechuu dhan falmaa hadhaawaa oromiyaa kessatii itti fufiinsaan gaggeesaa jiraan. Gadaan gadaa bilisummatii. injifaanoon taan Uummataa oromootii. horaa bulaa…….
2016-11-03 17:24 GMT+04:00 QEERROO :
> Qeerroo posted: “” >