Lixa Oromiyaa Gimbii Keessatti Walitti Bu’insi Qaama Humna Waraana Mootummaa Keessatti Mudate

Onkoloolessa 29,2016

Guyya kaleessaa Gimbii keessatti Loltoota Mootummaa Wayyaanee gidduutti walitti bu’insi jabaan uumamee jira.Walitti bu’insa Kanaan Qaamota uummata nagaa gooluuf bobbaafaman irraa namni 3 Wareegamuu akkasuma loltotta dhiiga Oromummaa qaban 6  humna Ittisa Uummata ta’uuf uummatatti makamanii jiraachuu maddeen keenya gabaasan.

Leave a comment