Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Onkoloolessa 11, 2016

3 thoughts on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Onkoloolessa 11, 2016

    • Ashaam, ilmaan oromoo akkam ngyaa qabdaan? ngyaa maltuu jiraa mittii, haattuu ngyaa walgafachuun adda kenyaa kanafiin ngyaa issin gafaadhee dhifaam.garaa dhamsaa kiyaatii ceeyyaa .yeroo ammantaan moottuuman namanyaata wayyaneen ilmaan oromoo dhiigaa ganqaa jirtii , nuutiiss hawasiin oromo biyyaa ollaa ykn keeniyaa nairobi jiruu wargaam barbachiisa kaffaluuf qophii kenyaa xumuraneen jiraa, yaddaa garaa kessanii nuuf gumachaa waan irratii hojjachuu qabnuu.IJIIFAANOON TAAN UMMATAA OROMOOT.GADAAN GADAA BILISUMMATII. nuuf jiraadhaa sagaalee qeerroo fii qeerroo bilisumma oromoo akkasumaa ABO fii WBO oromoo…. horraa bulaa….

Leave a comment