Ummata Oromoo Ayyaana Irreecha Arsadee Irratti Argamtan Maraaf, Dhaamsa Ariifachiisaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa!

cropped-qeerroo-edit.jpg

#OromoProtests #Dhaamsaa_Ariifachiisa Uummata Oromoo Hundaaf Uummatni keenya nagaa Ayyaanaa Irreechaa kabajachuuf manaa bahee irratti dhukaasaa banuun yeroo amma kana lubbuun namoota hedduu Wareegamuun ibsame jiraa, Kanaafuu Uummatni Oromoo Hora_Arsadiitti argamtaan hanga ilmaan Oromoo Wareegamaan kaafattanitti akka bakka jirtanii hin sochoonee (hin bittinnoofnee) Jenna.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

 

1 thought on “Ummata Oromoo Ayyaana Irreecha Arsadee Irratti Argamtan Maraaf, Dhaamsa Ariifachiisaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa!

  1. oromoo ta’uun keenya yakka waan ta’eef malee silaa arra wayyaanneen ummata ayyana ayyaneefatu irratti rasasa hin roobsitu

Leave a comment