Fulbaana 2,2016 ! Yeroo ammaa kana ajjeechaa Magaalaa Bishooftuu irratti raawwate irratti uummati gadduun Magaalaa Buraayyuu cufuun sochii fincilaa irra jiru. Hawaasi Kattaa Buraayyuu humna poolisii Oromiyaa of keessaa arii’ee jira! yeroo ammaa kana Uummata Magaalichaa rukuchiisuuf humni waraanaa gara sanatti fe’amaa jira.