Fulbaana 11,2016 Qeerroon Bilisummaa Aanaa Jibaat Basaastoota Aannaa Jibaat Magaalaa Shaanan Keessaa jirta hundaaf akeekachiisa maayyii dabarse- Kanneen keessaa Kabinee keessaa
1ffaa Baqqaalaa Abdaataa
2ffaa Fayyeeraa Diribbaa Jareen kun akka ijooti Ummata reebisisuu fi Hisisuu keessati Shoraa guddaa gochaa jiru. kan biroos :-
3ffaa Taddaalaa Girmaa
4ffaa Tasfaayyee Dagaafaa
5ffaa Mallakuu Tafarii
6ffaa Dabaalaa Damisee
7ffaa Zanabbaa Kabaddaa
8ffaa Dasuu Zanabbaa Kabaddaa
9ffaa Takkalaa Tashomaa
10ffaa Toolasaa Kabaddaa
11ffaa Dajjaanee Faajjii
12ffaa Dhibissaa Moottii
13ffaa Kaabbaabaa Bayisaa
14ffaa Kumissaa Dhanigiyyaa
15ffaa Abbarraa Dhabassaa
16ffaa Galanaa Likuummaa
17ffaa Shallammaa Idoosaa
18ffaa Amaarree Laggaassaa
19ffaa Addee Ararrisee Indaabuu
20ffaa Addee Abbaabuu Qaalibeessaa
21ffaa Abbarraa Naageesoo
22ffaa Waaldee Fayyeeraa
23ffaa Shuummaa Naagaasaa Jarreenii Maqaan issaan armaan olitti eerraamee ( xuqaamee ) kun daddaffiin ummata Oromoo dhiifama gaafachuun gochaa keessaan irraa akka dhaabbattan dhaamsa Qeerroo Bilisummaa irraa isinii darba. Haala kana irra dabartanii ummata nagaa ajjeessuu fi hiraarsuu,Oromoo mirga namoomaa fi abbaa biyyummaa dhorkattu taataan gaafatamni kan mataa keessanii ta’uu hubachuun waajiba.