Konkolaataan tokkoyyuu magaalaa Naqamtee keessa oliif gadi imalaa hin jiru. Suuqiinis manni nyaataas hunduu cufamanii jiru.
Mootummaan gabroonffattuu murna bicuu Wayyaanees naasuu guddaan shororkooftee uummata suuqii fi mana nyaataa irra deemuun doorsisaa jirti.
Uummannis sodaa tokko malee diddaa mootummaa Wayyaaneef qabu duula gabaa lagachuutiin mirkaneessaa jira.




Jabadhu qeerroon Naqamte.
Yeroon amma yaa Qeerroo haa jajjabaannu!
Godjna Arsii lixaa magaalaan Kofalee, Qoree, Asaasaa fi Dodolaa guyyoota darban sadan/3n/ guutuman guututti cufaa oolan