Yeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Abiddaan Gubachaa Jiraachuun Gabaafame.

qil Qilinxoo QlinFulbaana 3,2016 #Qeerroo_News Yeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Magaalaa Finfinnee Kan Hidhamtootni İlmaan Oromoo fi Sabootni Cunqurfamoon biyyatti walumaagalatti 7000 Olitti Lakkaa,aman keessatti argaman İbiddaan Barbadeeffamaa jiraachuu Maddeen Keenya Gabaasan!!
Uummatni Maatiin Hidhamtootaas Akka Gara ilmaan isaanii fi Firootta isaanii hidhamanii jiranitti Darbanii hin baraarreef dhorkamaa jiru, Waraanni wayyaanees dhukaasaa guddaa banaa jira , Waraanni guddaan Bishooftuu irraa Gara Finfinneetti Socho,aa jiraachuu Maddeen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinneerraa Gabaasan. Gabaasaa Guutuun Walitti deebina!!

1 thought on “Yeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Abiddaan Gubachaa Jiraachuun Gabaafame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist

Leave a comment