Hagayya 20,2016 Komishiinii poolisii godina Arsii lixaa keessaa ergamtoonni Wayyaanee OPDOn halkan edaa magaalaa Asaasaa keessatti hiriira yeroo darbee irratti magaalaa hanga baadiyyaa walitti qabdee hiite walitti qabdee gara kaampii waraanaa malkaa waakkannaatti fe’aa bulte, amnas asuma magaalaa Asaasaa keessaa namoota 35 hidhuuf akka qophiirra jirtu kan dhagayame yoo ta’uu namoonni isiin hidhuuf ergamoota magaalaa keessa babbaastee jirtu keessaa
1,Jamaal Roobaa
2, Amaan Kaliil
3, Abdallaa Muhaammad
4,Kamaal Eda’oo
5,Loloo Urgeessaa
6,Furaa Urgeessaa
7, H Abdii Taasisoo
8,H Irboo Saafayoo
9,Furaa Dhaqqaboo
10,Sh Adam Hamdaa
11,Abdii Juullaa
12,Muhaammad Hinseenee
13,Sh Muhaammad Kadiir
14, Aliyyii Muhaammad
15,Amaan Hajjii
16, H Hayaatoo Daddafoo
17, Amaan Waddeessoo
18, Aliyyii Huseen
19,Aliyyiii Abdulkariim
20, Siraaj Amaanoo
21,Abdiisaa Umar
22,Huseen umar
23, Radee Abdallaa
24,Daawud Abdallaa
25,Muzayyin H Abdallaa
26,Muzayyin Abduu Teessoo
27,Waaqoo Goobanaa
28,Adam Taffoo
29,Abittii Aliyyii
30,Hiikoo Gujeelloo
31,H Abdallaa Gadaa
32,Fayyisoo Hershoo
33,Abaadir Saaddoo
34,Yaasin Galatoo
35,Abdurroo Hasoo
Jedhaman keessatti argamu.