Adoolessa 20,2016/ Biiroon Industiriifi Misooma Magaalaa Oromiyaa maqaa rakkina manneen jireenyaa hiiku jedhuun Baankii itnternaashinaali Oromiyaa wajjin hojjettoota baankichaa kanneen Finfinnee keessaa hojjetaniif magaalota addaa naannawaa Finfinnee keessatti mana ijaarsisuuf jedha!
As irratti gaaffiin qabnu,Baankiin Internaashinaali Oromiyaa hoji baankiin tokko hojjetu hojjechuudhaan gibirafi qaraxa barbaachisu magaalaa finfinneef baasaa akkamin maagalota Oromiyaa irra kennamaaf kan jedhuuf hangama finfinneen harka Oromoo aka hin jirreefi mirga ofii namaa dhiisuu qabeenyaa biyyattii keessattis imaan Oromoo dalaganii bakka akka hinqabne waan agarsiisuuf Finfinneef hojjechaa Oromiyaa irraatti kan fedha isaanii hojjechuf yaaluun gad aantummaa OPDO fi mirga lammiilee Oromoo rabamuu agarsiisa