Godina Arsii dodolatti qondaalota mootummaa kan akka Bakar Shaalee salphisee galche ummanni aanaa Dodolaa kan gandoota Shanirraa walitti yaa,e gaafilee jaarsonni gaafatan keessaa
1,mootummaan keessan ummata oromoo irratti sababa maalitiif miidhaa addaa addaa geessaa jiraa?
2,lafa keenna irratti maaf jibbamna maaf tumamna maaf duunaa?
3, barattoonni oromoo adamsamanii maaf ajjeefamii
4?isin hanga yoom nu bulchuuf karoora baafattan? fi kanneen kana fakkaataniin cinqaa oolee jira
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( July) | OromianEconomist