Godina Arsii Aanaa Diksiis fi Magaala Hamdaa Akkasumas Asaasaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

Waxabajjii 25,216

13497936_134055650350611_5703429190010668559_oGodina Arsii aanaa Diksiis magaalaa Hamdaa keessatti guyyaa har’aa mormii barattoonni mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa godhaa oolani.

Kana malees ummanni Magaalaa Asaasaa fi naannoo ishee mormiirra ooleera mormiilee isaanii keessatti ajjeechan gara jabeenyaa kan addatti ummata Oromoorratti raawwataa jiru haa dhaabbatu nuti wayyaanen hin bullu soba Wayyaanee hifanne jechaa oolaniiru, Arsii magaalota hedduu keessatti waraana akka cabbiitti gadi naquun ummata sochii dhoorgaa jiru.

1 thought on “Godina Arsii Aanaa Diksiis fi Magaala Hamdaa Akkasumas Asaasaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( June) | OromianEconomist

Leave a comment