Lixa Oromiyaa Keessatti Warraqsi FXG Jabaatee Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Waxabajji 24,2016

Najjo sanyii Abdiisaa
NajjooGodina Wallaggaa lixaa aanaa najjoo bulchiinsa magaalaa Warra Jirruu keessatti fincilli xumura garbummaa bifa haaraan dhohee jira.Fincilli kun kan jalqabe baratoota mana barumsaa sadarkaa 2ffaa magaalattiin yeroo ta,u fincilichi daran jabaachuun guutummaa uummata magaalattii
dhuunffachuun dhaga,amee jira.
Dhaadannoowwan jajjaboof Walleewwan onnechiisoo wallee warraaqsaa dhageessisaa tura.Humni federaalaas baratoota nagaa irratti dhukaasa banuun magaalattii goolaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu qaqaban ifa godha

1 thought on “Lixa Oromiyaa Keessatti Warraqsi FXG Jabaatee Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( June) | OromianEconomist

Leave a comment