Noolee Buttaatiin
Biyya Xoophiyaa jedhamtu kana keessatti,jaarraa tokkoo oliif Oromoon dirqiin kan keessa jiraateefi keessaa ba’uufis falmaa hadhawaa hanga har’aa kana akka taaisiaa jiru beekamaadha! Mootonni habashaa gaafa Oromiyaa cabsanii kaasee,saamicha madaala hin qabne uummata Oromoo irratti geggeessaa turan.kaan garboomfachuun qabeenyaa dachee biyya keennaas akka fedhanitti saammachuun, maqaan isaa himamee kan hin dhumneen dadhee Oromiyaa keessa bololi’uun kan fedha isaanii guuttachaa turan.Noolee Buttaatiin