Wax
abajjii 12,2016/ Yuunibarsiitii Wallaggaarraa night civil engineering waggaa 4ffaa barataa kan ta’e sabboonaan Oromoo Gammachiis Malkaamuu guyyaa har’a Waxabajjii 12,2016 magaalaa Naqamtee keessatti situ sochii barattootaa duuba jira jechuun jechuun magaala walakkaatii Oromummaan yakkamee humna tikaatiin ukkaamfamee bakka hin beekamneen geessaniiru. Reebichi akka malee akka irratti geggeeffamaa jirus oduun humnuma tikaan baate nu geesseetti.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( June) | OromianEconomist