Itti Gaafataamaan Yunveresittii Rift-Valley Obbo Gololcha Baalii fi Dameen Barnootaa Abiyoot Nuguseen Ukkaanfaman.

Reft vally gaafatamaaWaxabajjii 10,2016 Diinii Yunveresittiichaa kan ta’e Gololcha Baalii fi itti gaafatamaan Damee Barnootaa fagoo Abyooti Nugussee humnoota tikkaa motummaa Woyyaaneetiin bakka hujii isaan irraa butaman akka fudhataman himamee jira. Itti Gaafatamtoon kuniin butamuu mallee hanga ammatti bakki geeffaman hin beekaminne .Barrissiisaa Caalchisaa Daamxxoo fi Abyyooti Nugussee kaleessa galgalaa ( wax.8 / 2016 ) Waajiraa isaniitii konkolataa gara garaatiin kan fudhataman yoo ta’u, Rift-Valley
Obboo Gololcha Baalii ganama hardhaa waxabajii ( 9/2016) akkuma Waajiraa seeneeni faana seenanii akka butani deeman himamee jira. Obboo Gololcha Baalii Preesidaanti Baratootaa Oromoo Yunveresittii Finfinnee kan turee yoo ta’u yeroo hedduu deddebise hidhamaa turuun isaa niyaadatama.

1 thought on “Itti Gaafataamaan Yunveresittii Rift-Valley Obbo Gololcha Baalii fi Dameen Barnootaa Abiyoot Nuguseen Ukkaanfaman.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( June) | OromianEconomist

Leave a comment