Godinaalee Arsii keessatti barreeffamoota warraaqsaa maxxansuu fi raabsuun itti fufe!

QeeroCaamsaa 29,2016, Godinaalee Arsii keessatti barreeffamoota  warraaqsaa maxxansuun kan itti  fufan yoo ta’u barruulen kunniin Magaalaa Saguree keessatti kan maxxanfamaniidha, kanumaan wal qabatee wayyaanen Aanaa loodee heexosaa keessatti ummata dararuu itti fuftee jirti magaalaa Jimaata loodee keessatti isintu Alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)haada elektiriikaa irratti fannise jedhanii namoota hedduu achuma aanaa Loodee Heexosaa magaalaa Hurutaa jedhamtutti guuranii hidhamaa kaka jiran Qeerroon gabaase.QEERROO ARSIIIII

1 thought on “Godinaalee Arsii keessatti barreeffamoota warraaqsaa maxxansuu fi raabsuun itti fufe!

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment