Caamsaa 20 Kabajjan malee jechuun mootummaan humnaan Wayyaanee manneen daldalaa cufsiisaa jira.

13320594_991453827589611_7053193712031376070_o 13320783_991453590922968_8465432763774880771_o 13320914_991454114256249_3446356436090718528_o13308492_991454547589539_2011141544157624430_oMarkaatoon (Finfinneen) Ginboot 20 bara 1983 a.l.h fakkaatti suuqii daldalaa hund dirqamaan cufsiisani.jiru. Bara mootummaa abba irreetti gabaan bilisaa akkanuma fakkaata. Kun ammoo mootummaa dimokiraatawa fi misoomaawaa suuqii cufsiisee ayyaana namni harkatti jibbee dirqamaan kabachiisaa jira.

1 thought on “Caamsaa 20 Kabajjan malee jechuun mootummaan humnaan Wayyaanee manneen daldalaa cufsiisaa jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment