Gamoon Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Walakkaa Ol Eda Halkan Caccabee Buluun Beekame.

IMG_20160517_155143 IMG_20160517_155531Caamsaa 19/05/2015 Guyyaa kaleessaa jechuun Roobii galgala halkan irratti godina Wallaggaa bahaa magaalaa Naqamtee keessatti kan argamu gamoon bulchiina magaalaa Naqamtee walakkaa ol kan ta’u gutummaa guutuutti human hin beekamneen akka caccabe gabaasi naannicha irraa nu gahe addeessa.

1 thought on “Gamoon Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Walakkaa Ol Eda Halkan Caccabee Buluun Beekame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment