TVOMT-Olola Dharaatiin ABO Diiguuf Yaaluun Abjuudha!!

3 thoughts on “TVOMT-Olola Dharaatiin ABO Diiguuf Yaaluun Abjuudha!!

  1. Diina loltee baasuu dadhabde karaa irratti udaanuun baaftaa? Yaada dadhabaa, kana irra dhugaa jirtu dubbadhaa ummata keessan dhiifama gaafadhaa. Kana booda Oromoo sossobuun hin jiru.

  2. Badiin keessan guddaan kana!!!! Ummata hin sababatinaa, qaamni hawaasa himatu uguruu hin gayu. Ummatni gadi isin laalee isin guuttatee isin irraa garagale. Amala habashaa fudhattanii ummata sobuuf deemtani. Dalagaa keesssan ummanni argee isin xireeffatee jira, namni gandan isinitti duule Jin jiru. Dalagaa keessantu isinitti duulaa jira. Akka Mootii habashee teesoo qabattanii osoo biyya hin argatin irratti du’aa boru osoo biyyiti argamtes maal akka taatan isin argee jira. Kana booda ofii keessan sobaa malee ummata Oromoo sobuun hin danda’amu

  3. @falmata; Maal gurbaa oromoon safu qaba,yoo ati nama arrabsitu ni arga, garuu namni hundi callisee yoo si taajjabu, gaaffii natti tahe

Leave a comment