Caamsaa 9_2016
Gootonni barattoonni Harargee mana barnoota qobboo kutaa 10ffaa qormaata moodeelii hin qoramnu jechuun addaan kutanii mooraa gadhiisanii bahaa jiru.
Qeerron Qobboo waraqaa qormaataa sababa godhachuun osoo hin baranne hin qoramnu jechuun tokkummaan qormaata dhiisanii galaa jiru.
Akkana kutannoon dhiiraa.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist