Caamsaa,8 2016 FXG Itti Fufuun Wallagga Aanaa Najjoo Bulchiisa Warra Jirruu Keessatti Gaggeefamaa Oole.

20160507141817 20160507142244Fincilli xumura garbummaa guyyaa har’aa jechuun caamsaa 08/05/2016 daran jabaachuun godina Wallaggaa Lixaa aanaa Najjoo bulchiinsa magaalaa warra Jirruu keessatti itti fufee jira.Humni federaalaas magaalaa kana keessa oliif gadi deemuun uummata nagaa goolaa jiraachuun beekamee jira.Magaalaa kana keessatti mootummaan gabroonfataan wayyaanee uummata gandaaf gandaan qoqqooduun uummata walitti buusaa jiraachuu maddeen keenya achirra nu qaqaban eeraniiru. Haaluma kanaan mootummaan aangoo isaatti fayyadamuun biyya bulchaa jiru Magaalota  kaneen Goorii fi warra jirruu jedhaman gidduutti dhimma aanaan wal qabateen gandoota kana gidduutti walitti bu’iinsa uumaa jiraachuu maddeen keenya gabaasu.

1 thought on “Caamsaa,8 2016 FXG Itti Fufuun Wallagga Aanaa Najjoo Bulchiisa Warra Jirruu Keessatti Gaggeefamaa Oole.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment