Godina Iluu Abbaa Booraa Laga Dhedheessaa Irratti Namni Yitibaarak Alamuu Jedhamu Osoo Albuuda Warqee Baasuuf Jedhuu Gaarri Fottoqee Itti Jiguu Gabaafame.

Caamsaa 1,2016
Dhalootaan nama Baddellee kan ta’e fi abbaa waarshaa daakuu Furnnoof kalameellaa kan ta’e akkasuma lafa hedduu mootummaan walii galuudhaan laga dhedheessarraa kan qotataa ture Yitibaarak guyyoota muraasa darban keessa Naanno laga Dheedheessarraa warqii lafa keessa argatee bafachuuf Mootummaan walii galee osoo soquu Biyyoon irra galagaltee lubbusaa baaste

1 thought on “Godina Iluu Abbaa Booraa Laga Dhedheessaa Irratti Namni Yitibaarak Alamuu Jedhamu Osoo Albuuda Warqee Baasuuf Jedhuu Gaarri Fottoqee Itti Jiguu Gabaafame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment