Godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee tti dhaabni maxxantuu Wayyaanee OPDO’n ayyaana hundeeffama maqaa jedhuun jimaata guyyaa boruu magaala Sandaafaatti kaabinootaa fi jaleewwan amanamoo ishee ta’an walitti qabdee hololuuf ol gadi jechaa jirti waan taheef, guyyaa boru uummanni Oromoo fi Qeerroon Oromoo naannawa sanattti argaman mormiidhaan dura dhaabachuun akka fashalsanii afaan qabsiisan dhaamsa Oromummaa dabarsina. INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF!!!