Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Laalloo Isaabii Magaalaa Innaangoo keessatti Sochiin Qeerroo Bilisummaa Itti Fufuun Guyyaa Har’aa Bitootessa 31,2016 Gootonni barattoota Oromoo mana baruumsa sad-2ffaaf qophaa’inaa mormii sirna mootummaa Wayyaanee dhageesisaa oolan.