FXG gootonni Barattooti Oromoo Itti Fufaniin, halkaan gaafa Bitootessa 30,2016 Barattoota Oromoo University Wallaggaa keessaattii humna Agaziin miidhaman keessaa suura fudhatamee. Kanneen Miidhaa ciiman irra ga’e yeroo ammaa kana Hospitaala Naqamtee jiran keessaa:
1. Ermias Edosa
2. Mangistu Sintayoo( konkolachisaa mooraa)
3. Wandimuu Saqqataa
4. Gamachiis Tarakeeny faati.