Bitootessa 04, 03’2016 Fxg ammas jabaachuun godina Wallaggaa lixaa aanaa Najjoo Bulchiinsa magaalaa warra jirruu keessatti jabaachuun guyyaa har’aa namoonni heeduun hidhamanii jiru. Hedduminaan kanneen hidhaman keessaa abbootii ijoolleedha. kanneen hidhaman keessaa:
1,Barsiisaa Waannaa Tarreessaa
2,Barsiisaa Eebbisaa Kooluu
3,Sanbataa Tamasgeen
4,Geeta’uu Tamasgeen Q/bulaa
5,Bultii Jaarraa Q/bulaa
6,Ayyaanaa Xurunaa barataa
7,Taammanee Uummataa Barataa
8,Imaanaa Qananii Q/bulaa
9,Bacaa Dafaa Q/bulaa
Mana hiraarsaa jaraa keessatti akka dararamaa jiran gabaasi Qeerroo
achii addeessa
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist