02/03,2016
Torbe darbe walitti aansee dhukaasaa halkaaniin kan heddu miidhame humni diinaa Agaazii gama waan isa mudate furatu barbaachaaf
akkasumas uummata eenyummaasaf mirgasaaf falmu gama ittiin lugamatu kan dhabee burjaaja’u mootummaan TPLF sochii uummataa laamshessuuf akkuma gidduu kana naannoo Oromiyaatti humna waraanaa erguuf dhaadatetti magaalaa Naqamteetti har’a Humna ciccimoodha jedhee abdatu kan Aanga’ota TPLFn (Tigirootaan)durfamu konkolaataa 3f sadetii ol qubsiisee jira wayiita ammaa kana Magaalattiin Humna waraanaan dhuunfatamteetti.Uummatis sochiisaa ka duriirra bifa haaraan eegaluuf qophii xumureera