Barattooti Oromoo
- Magarsaa Warquu
- Bilisummaa Daammanaa
- Addunnaa Keessoo
- Nimoonaa Urgeechaa
fi
Wabiin alaa kan dhiyaatu
Mo’iiboon Baqqalaa Garbaa
Beellama mana Murtii lidetaa sadarkaa lammaffaatti dhiyaatanii turan Haata’u malee, Barattoonni kun kan silaa ragaa faccisaa dhageessifachuuf turan tajaajilli Ibsaa waan hin jirreef jedhamuun guyyaa borii tti. darbeera
- Loltoota ABO duriiti jechuun
- Asfaaw Lissaanaa Begii irraa
- Daani’eel Akuumaa Gidaamii irraa bara 2014 keessa kanneen qabaman, Ahimad Abbaa Cabsaa wajjin dhimma amantaa musiliimaaf himatamaa kan jiran musiliimoti Godina Jimmaa irraa hidhaman saddeetis har’a dhiyaatanii turan Haata’u malee isaanis sababa dhibiinsa ibsaatiin torbee tokko booda dhaddachatti akka dhiyeessaman beekameera