Gurandala 4,2016 FXG godina Booraana fi Gujii keessatti Har’a Guraandhala 4/2016 mormii Albuuda qabeenyaa oromiyaa saamamaa jiruu fi FXG oromiyaa keessatti
dhaabbatummaan itti fufee jiru sirna wal harkaa fuudhinsa Fincilaatiin Qeerroon godinaalee lamaan kanatti jabaassuun yeroo ammaa adda duree
tahee argamaa jira.
Addatti fXG Bulee Horaatti gaggaaffaa ooleen uummanni magaalicha guutummaatti baadiyaa keessaa fottoqee bahee jira. kumaatama
guddaadhaan kan lakkaawamu daandii bakka 8 olitti cufuudhaan FXG finiinsaa oolera. Kun gabaasa godina Booranaa irraa nu qaqqabe yoommu
tahu oromiyaa gara lixaa
– Shawaa lixaa
– Wallagga bahaa fi
– Shawaa kibba lixaatti kan wal irraa hin cinneen har’as yeroo dhumaaf FXG itti fufeera.
Shawaa lixaa Gindabarat, akkuma duraatti itti fufuun shawaan kibba lixaa Wallisoon akkuma duraan maanguddodhaan of bulchaa jiranitti
qabsoon keenya hanga oromiyaan bilisoomtutti kan jedhamun FXG kana fiixaan baasuuf haaressanii itti fufaniiru.
– Oromoon ka’ee Bilisummaa isaaa haa mirkaneessu
– Lafti saamame galuuf ka’eera ka’ii fiixaan baafadhu
– Qeerroon Bilisummaa ka’I uummatakee kaasi
– Wayyaaneen biyyaaf hin dhaabbanne lammisheef lafa oromoo saamtee kennaa jirti yeroon ka’ii dura dhaabbadhu
– WBOtu nutty urgaa’e
– Abbaan keenya ABOn yoom nuuuf galaa? Yoom nuuf dhufaa? Jechuun dhaadannowwan kunneen magaala Wallisoo fi Jalduu keessatti
har’a dargaggootaan dhageessifamaa ooleera. FXG isa xumura gabrummaatiin bifa jijjiiirratee itti fufeera.
There is no time simply to report daily about our children’s death; the enemy is trying its best to destroy our people’s struggle for freedom,which was began before 125 years ago. The TPLF is running here there, day and night every where in oromia, specially using those popets, ( the mercenaries from,some who are oromo by their , but sold their people and the others are naftangnas, who are continued their footfather of suppression and colonization;thus, these messangers of the master killers , by no means should not be given chance of terrorist action, above all first action should be taken on such facist aggressors to reduce the sacrification of our people for the struggle;these mercenaries are on the first row for the action to be taken in our struggle for freedom!!. They doing worst hings more than any time to slower and weaken people’s freedom;by supporting our enemies, specially using our human and material resouces; “Ishuma qabanii ,ishumaan qabanii ishumaan ishuma qalanii”jedha mitiirree oromoon;kanaan booda by no means diinni qabeenyaa keenyatti fayyadamee nu haalli ittiin nugarboomfatu jiraachuu hinqabu; carraan kun huda caala itti adeemamu kan qabuudha. Maddii galii fi fayidaan diinniiqabeenyaa keenyatti fayyadamee nufixuuf ummamuuf hinqabu; kun irraa cinnaan diinni raacha bishaan dhabidde ta’uun guyyaa saafaa harka ishii kennitee qullaishii hafuun beekamadha.