Amajji 24,2016
Dararuuf giddirsuun dhaloota qubee akka mirgaaf hin falmanne gochuu hin danda’u.kanas kan dhageenyurra kan arginu nii mirkaneessa
Sa’atiin ammaa kanatti FXG WU keessaa banbanaa jira Dhukaasa gurguddaan dhaga’amaa jira.kunoo sa’atiuma kanayyu dhukaasa
dhuka’a jiru dhaga’an jira. Haaluma kanaan bor manneen barnoota fi Kollejjiwwan dhuunfaa magaalaa Naqamtee akka itti fufan irbuu walii galanii turan bifa milkaa’ina qabuun akka itti fufan dubbatamaa jira
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist